"Afoownaa lillaah" nashiidaa haaraya bareedduu dhaggeeyfadhaa wal Afeeraa.
Abdurahman Hussen Abdurahman Hussen
126K subscribers
81,656 views
2.9K

 Published On Premiered Mar 25, 2024

"Afoownaa lillaah" nashiidaa haaraya bareedduu dhaggeeyfadhaa wal Afeeraa.
nuti zamana namni hundi waliin oodu keessa jirra.
waltuffachuun waljibbuun lafa bira kuuttee qilleensarra baatee jirti.
Namni dhiifama walii godhee ganda keessa jiruufii naannooo isaallee gammachuu afeeruu qaba.
nama namaan oodu Rabbiin nijibba.
kan dhiifama namaa godhu Rabbbiin nijaala
akka Rabbiin nujaalatuuf dhiifama haa walii goonuu.
galatoomaa
Youtube kiyya Subscribe godhuu hin dagatinaa galatoomaa

show more

Share/Embed